We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.

Giới thiệu về Ibsaa Jireenyaa

Ibsaa Jireenyaa là Ánh sáng của cuộc sống nhằm mục đích cho nhân loại thấy con đường hạnh phúc

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama xônguu fi raata xônguu Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi duk "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, Wanta isaan irra turan Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta nama. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallemme ‘Lưu Văn tuquun boodarra Hồi Barruu olkaa Thời gian trò chơi keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin sawin aplikeeshini kana disatt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa Xuất Tìm kiếm ke keattiatti

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (chia sẻ gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir Trangitu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Có gì mới trong phiên bản mới nhất 16.03

Last updated on Dec 14, 2018

Converting sammubani.com to app

Đang tải bản dịch ...

Thông tin thêm Ứng dụng

Phiên bản mới nhất

Yêu cầu cập nhật Ibsaa Jireenyaa 16.03

Được tải lên bởi

بسام حمص

Yêu cầu Android

Android 4.0.3+

Hiển thị nhiều hơn

Ibsaa Jireenyaa Ảnh chụp màn hình

Ngôn ngữ
Đăng ký APKPure
Hãy là người đầu tiên có quyền truy cập vào bản phát hành, tin tức và hướng dẫn sớm của các trò chơi và ứng dụng Android tốt nhất.
Không, cám ơn
Đăng ký
Đăng ký thành công!
Bây giờ bạn đã đăng ký APKPure.
Đăng ký APKPure
Hãy là người đầu tiên có quyền truy cập vào bản phát hành, tin tức và hướng dẫn sớm của các trò chơi và ứng dụng Android tốt nhất.
Không, cám ơn
Đăng ký
Thành công!
Bây giờ bạn đã đăng ký nhận bản tin của chúng tôi.