下载 APKPure App
可在安卓获取Ibsaa Jireenyaa的历史版本
Ibsaa Jireenyaa是Life's Light,旨在向人类展示幸福之路
Maqaan duraa Aplikeeshinii假名“Jireenya Badhaatu”dha。 Ergasii gara“Ibsaa Jireenyaa”jijjirame。 Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha。 Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti,dhama'uu fi raata'uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade,afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha。 Websaayitiin sammubani.com假名kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira。 Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban,kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka。 “Sammubani.com”jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi。 Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin,wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha,haqa akka hin argine nama taasisa。 Kanaafu,haqa arguuf sammuu fi ija bani,nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati。
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta'a。 Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo'保存'tuquun boodarra“Barruu olkaa'ame”keessaa离线dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa“Search”keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu(分享gochuu)fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha。 Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha。
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf:https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa。
Last updated on 2018年12月15日
Converting sammubani.com to app
Ibsaa Jireenyaa
(Jireenya Badh16.03 by sammubani
2018年12月15日