AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (


5.0 bởi Ethiomapps
Feb 28, 2021 Phiên bản cũ

Về AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (cưa) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (cưa) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (cưa) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (cưa) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee của kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Nhà Hồi giáo kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

Thông tin thêm Ứng dụng

Phiên bản mới nhất

5.0

Được tải lên bởi

Azzouzi Samir

Yêu cầu Android

Android 4.0.3+

Báo cáo

Gắn cờ là không phù hợp

Hiển thị nhiều hơn

Use APKPure App

Get AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( old version APK for Android

Tải về

Use APKPure App

Get AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( old version APK for Android

Tải về

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( Thay thế

Xem thêm từ Ethiomapps

Phát hiện