AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (


5.0 by Ethiomapps
Feb 28, 2021 پرانے ورژن

کے بارے میں AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa(saw) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

معلومات ایپ اضافی

تازہ ترین ورژن

5.0

اپ لوڈ کردہ

Azzouzi Samir

Android درکار ہے

Android 4.0.3+

رپورٹ کریں

فلیگ غیر موزوں ہے

مزید دکھائیں

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( متبادل

Ethiomapps سے مزید حاصل کریں

دریافت