Use APKPure App
Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate.
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf Kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu Namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa waltai kafa ti galafa hafa kaa haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.Geüpload door
Ko Min Gyi
Android vereist
Android 4.1+
Categorie
Use APKPure App
Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android
Use APKPure App
Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android