Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa kessatti qate.
Appii qormaataa فی leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf کان nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa کانا ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa کو waan ta'eef appii کانا keessatti gafilee fillanno، dhugaa فی SOBA akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun KAAN ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera گارا fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun کو هین هفو Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani، gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.دربارهی Qormaataa fi Leenjii Konkolaac
اطلاعات تکمیلی بازی
بارگذاری شده توسط
Ko Min Gyi
نیاز به اندروید
Android 4.1+
دسته بندی
نمایش بیشتر