Use APKPure App
Get Macaafa Qulqulluu old version APK for Android
Buku Perjanjian Lama dan Baru di Afan Oromo
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 dari Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itmaan ilootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Haramay baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Dibangunkan oleh Waktola Merdassa
Amajji, 2020
Last updated on Feb 9, 2020
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Memerlukan Android
4.0
Category
Laporkan
Macaafa Qulqulluu
1.0.4 by Robsan Mako
Feb 9, 2020
$2.49