Usar la aplicación APKPure
Obtener Macaafa Qulqulluu versión histórica en Android
Los libros del Antiguo y Nuevo Testamento en Afan Oromo
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (era digital) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Dispositivo móvil) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Desarrollado por Waktola Merdassa
Amajji, 2020
Last updated on 09/02/2020
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Requisitos
4.0
Categoría
Reportar
Macaafa Qulqulluu
1.0.4 by Robsan Mako
09/02/2020
$2.49