Use APKPure App
Get Hiibboo fi Deebii old version APK for Android
Hiibboo Deebii sirrii waliin (teka-teki dengan jawapan)
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo Sambutan yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti berpendapat gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu.
Last updated on Jan 28, 2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Dimuat naik oleh
นฤพล สาโดด
Memerlukan Android
Android 5.0+
Category
Laporkan
Hiibboo fi Deebii
8.0 by K Technologies
Jan 28, 2025