下载 APKPure App
可在安卓获取Hiibboo fi Deebii的历史版本
Hiibboo Deebii sirrii waliin(答案有谜语)
Hiibboon Afoola(Dabaree Seenaa)Oromoo keessaa tokko。
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。
Seehata tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan(gaafataa fi gaafatamaa)taphatamu ta’uu isaati。 Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。 Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha。 Yoo deebii sirritti argate gaafataan‘beekte ykn argatte’jadheenii bakka wal-jijjiirun,jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafatafu ta’un tapha isaanii。
Last updated on 2025年01月28日
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Hiibboo fi Deebii
8.0 by K Technologies
2025年01月28日