Use APKPure App
Get Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo old version APK for Android
히브 부 아판 오로 무
'Hiibboo'는 영어로 Riddle과 거의 동일합니다. Hiibboo 또는 Riddle은 고대부터 대부분의 문화 민속의 일부였던 추측 게임의 한 형태입니다. 이 앱에는 Afan Oromo 언어로 된 75 개 이상의 Hiibboo 질문이 포함되어 있습니다.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan‘beekte ykn argatte’jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Last updated on Jan 25, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!