We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.

このTapha: Hiibboo Afaan Oromooについて

Hiibboo Afaan Oromoo

「Hiibboo」は、ほぼ英語のリドルに相当します。Hiibboo or Riddleは、古代からほとんどの文化の民間伝承の一部であった推測ゲームの一形態です。アプリには、アファン・オロモ語で75以上のHiibbooの質問が含まれています。

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko。

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan Taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan Taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。

Seerota Tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) Taphatamu ta'uu isaati。Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。Namni gaafatamu sunis Wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii Godha。Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun、jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un Tapha fua。

最新バージョン 8.7.3z の更新情報

Last updated on 2021年01月25日

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

翻訳中...

ゲームの追加情報

最終のバージョン

Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo 更新を申請する 8.7.3z

投稿者

Abdallha Abd AlQader

Android 要件

Android 5.0+

もっと見る

Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo スクリーンショット

言語
APKPureをを購読する
最高のAndroidゲームアプリの最新リリースやニュースやガイドなどの情報にいち早くアクセスすることができます。
いいえ結構です
購読
購読完了!
APKPureの購読が完了しました。
APKPureをを購読する
最高のAndroidゲームアプリの最新リリースやニュースやガイドなどの情報にいち早くアクセスすることができます。
いいえ結構です
購読
成功!
ニュースレターを購読しました。