Use APKPure App
Get Guyyaa Qiyaamaa old version APK for Android
Guyyaa Qiyamaa (Guyyaa Dhuma Addunyaa)
Guyyaa Qiyamaa jechuun Guyyaa namoonni du'an hundi awwaalcha isaanii keessaa kaafamuun murtiif Rabbiin fuunduratti dhiyaataniidha. Guyyaa sirnii samii fi dachii itti jijjiramuudha.
Moosaajiin bilbila harkaa Guyyaa Qiyamaa jedhamu kun haala adda taheen kan nama hubachiisuufi Yaadota sobaa warreen guyyaan kana kijibsiisanii kan saaxiluudha. Akkasuma mallattooleen guyyaa qiyamaa xixiqqaa irraa hanga gurguddaatti bal'inaan ibsamee jira. Falmii Warra ibiddaafi haala muslimootaas ni dabalata.
Geüpload door
Fah Ryy
Android vereist
Android 5.0+
Categorie
Use APKPure App
Get Guyyaa Qiyaamaa old version APK for Android
Use APKPure App
Get Guyyaa Qiyaamaa old version APK for Android