Seenaa Quraana


10.0
1.0 oleh Ethiomapps
May 19, 2021 Versi Lama

Mengenai Seenaa Quraana

Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan

Kitaabni keenya kan SEENAA QUR'AANA KEESSAA

jedhu kuni seenaa qur'aana keessatti dubbatamte ibsa.

Seena dhugaa tan qur'aanaafii hadiisa bu'ureeffatte

barachuun barbaachisaadha. Gama kaaniin seenaa

maddi isii hinbeekamne yookaan tan kijibaa dubbisuufii

hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa

namatti fida.

Seenaan babbareedduun hedduun tan gorsa uf keessaa

qabdu qur'aana keessatti haaasawamtee jirti.

"Rabbiin tah tah akkana jedhe" qur'aana kana

wahyiin sirratti gadi buusuun seenaa babbareeddu sitti

odeessina. " (Yuusuf 3)

Kanaaf seenaa bareedduu waayee nabiyyoota Rabbii

kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee

ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan

keenyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu

guddaatu ​​nutti dhagayama. Akka dubbiftanii irraa

barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

1.0

Dimuat naik oleh

Manuel Adrian Perez

Memerlukan Android

Android 4.1+

Laporkan

Tandai sebagai tidak sesuai

Tunjukkan Lagi

Seenaa Quraana Alternatif

Dapatkan lebih banyak daripada Ethiomapps

Cari