Seenaa Iisaa (Iyyasus)


8.0 oleh K Technologies
Apr 29, 2024 Versi Lama

Mengenai Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seeenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.

- Iisaan (Iyyasuus) siree daa’imummaa keessaa yommuu dubbatu

- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.

- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.

- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.

- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti

- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu’uu Agarsiisan.

- Maaliif Iisaan qofti akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?

- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

8.0

Dimuat naik oleh

Haci Gulli

Memerlukan Android

Android 5.0+

Available on

Laporkan

Tandai sebagai tidak sesuai

Tunjukkan Lagi

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Alternatif

Dapatkan lebih banyak daripada K Technologies

Cari