Kaayyoo Hajjii


7.0 oleh K Technologies
Feb 16, 2025 Versi Lama

Mengenai Kaayyoo Hajjii

Kaayyoo Hajjii Hiikkaa Afaan Oromootiin

Aplikasi kaayyoo hajjii jedhamu kuni irra filatamaa waayee hikmaa hajjii keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Rabbiin kan qopheesseefii kan hiike isaan lameenuu irraa haa jaalatu, jannataanis galata haa galchuuf. Akkasumas gulaallee maxxansaafii karaa interneetiinis raabsinee akka ummata keenya bira gayu goonee jirra. Rabbiin nurraa haa qeebaluu. Ummata keenyaa hundaan keessaattu dargaggootaafii barattootaan barumsa Kaayyoo Hajjii kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan jirru jaarraa beekkomsaa, saayinsiifii teeknoloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jjajjabaattan isiniin jenna.

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

7.0

Dimuat naik oleh

Arii Krisdianto

Memerlukan Android

Android 5.0+

Available on

Laporkan

Tandai sebagai tidak sesuai

Tunjukkan Lagi

Kaayyoo Hajjii Alternatif

Dapatkan lebih banyak daripada K Technologies

Cari