Use APKPure App
Get Seenaa Iisaa (Iyyasus) old version APK for Android
Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu
Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi Sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.
앱 kana keessatti seeaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.
Qabxiilee 앱 kana keessatti hammataman irraa:
- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan(Iyyasuus) 시리 daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- 두간 욤무 이파 바후.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan(Iyyasuus) ilma waaqayyooti(gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune Godhamee?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati" jedhanii.
Last updated on May 2, 2024
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Seenaa Iisaa (Iyyasus)
8.0 by K Technologies
May 2, 2024