Use APKPure App
Get Maqaa Oromoo old version APK for Android
Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda'a.
Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta'een akka filataniif qarqaara. 앱과 같은 앱은 '안드로이드' MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana Malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta'een banamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha.
Last updated on Feb 17, 2019
-UI Improved
-bugs fixed
업로드한 사람
حمودي الصالحي الصالحي
필요한 Android 버전
Android 4.0+
카테고리
신고
Maqaa Oromoo
3.0 by Gulele Software And Application Development
Feb 17, 2019