Utubaa Amantaa


3.0 oleh ብራና አፕስ Birana Apps
Oct 30, 2020 Versi lama

Tentang Utubaa Amantaa

Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an dari keessa qaba.

Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an dari keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.

Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman

• Kitaaboota Kadhaa

• Kitaaboota Barnoota Amantaa

• Somoota Ortoodoksii

• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii

• Dubbii qulqullootaa

• Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)

• Faarfannaa garagaraa

• Gaaffilee fi Deebii Isaanii

Amaloota Applikeeshinii Kanaa

• Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu

• Guyyaa fi galgala (Halkan) dubbisuuf mijataa dha

• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru

• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun" itti ida'ameera

• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa

Apa yang baru dalam versi terbaru 3.0

Last updated on Nov 26, 2020
Support for target Android 10 (API level 29) included

Informasi APL tambahan

Versi Terbaru

3.0

Diunggah oleh

Master Kittayod

Perlu Android versi

Android 4.1+

Laporkan

Tandai sebagai hal yang tak patut

Tampilkan Selengkapnya

Use APKPure App

Get Utubaa Amantaa old version APK for Android

Unduh

Use APKPure App

Get Utubaa Amantaa old version APK for Android

Unduh

Utubaa Amantaa Alternatif

Mendapatkan lebih banyak dari ብራና አፕስ Birana Apps

Menemukan