از برنامه APKPure استفاده کنید
نسخه قدیمی APK Hiibboo Deebii Waliin را برای اندروید بگیرید
Hiibboo Deebii sirrii waliin (معماهای با پاسخ)
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’u isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun، jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Last updated on 24/10/2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
بارگذاری شده توسط
นฤพล สาโดด
نیاز به اندروید
Android 4.4+
دسته بندی
گزارش
Hiibboo Deebii Waliin
7.0 by K Technologies
24/10/2023