Maqaa Oromoo


3.0 by Gulele Software And Application Development
2019年02月15日 历史版本

关于Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda'a。

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada。 Yero heddu maqaa kan moggaasu maatiidha。 Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu。

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta'een akka filataniif qarqaara。 Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera。 Kanamalees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta'een banamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha。

最新版本3.0更新日志

Last updated on 2019年02月17日
-UI Improved
-bugs fixed

更多应用信息

最新版本

3.0

上传者

حمودي الصالحي الصالحي

系统要求

Android 4.0+

举报

举报不当内容

更多

下载 APKPure App

可在安卓获取Maqaa Oromoo的历史版本

下载

下载 APKPure App

可在安卓获取Maqaa Oromoo的历史版本

下载

Maqaa Oromoo相关应用

Gulele Software And Application Development 开发者的更多应用

最新发现