We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.

عن Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati، kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase، duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu، kan tuutti aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti، hanga dandeetti kiyyatti، warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa ka'aia Duuba anis kitaaba xqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee، hiikkaa ibsa Issa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira، akka namni Afaan kana dubbisuu danda’u irraa fayyade Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuuana baranu

Fedhiin halamtoon haa if baruu ... Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu، akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha، keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek kaya sheek Muhammad Waadoo، obbollessa kiyya Muhammad Ahmad (looshee) qabeenyaa aaada محمد كمال عيسى (إيفا دينا إيسلاما) في الشيخ عبد الرحمن شريف علي (أبو سمعية) ، بلبنان جعافي طياع نافي ديبيسا كان توران الشيخ محمد محمداني (جوافة) في شيخ زابور دهاومي كيسان رابين جالاتا كيسان جاناتا ها جودهو. دوماراتي وانيين جاو هييكا كيتاابا كانا كيسياتي أفان أورومو كانيين بيكين باريسي ، أكوما أفان بيروو كيسياتي لوقودني أدايا جيرو ، أوروميفانيس لوكيودا أديسا سابايسا

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu، kanaaf namni dogongora arge، yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka aararamaa in Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabbiin warra haaqaf tumsu nu haa godhu.

نجايا في فارعون ارقمع عيسى محمد ارراتي ها جيراتو.

جعفر بيان

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa in Sifaa Rabii ilalchisee Quraanaa in Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. ربيين وان دوبسينين ittii fayyadamaa نو ها ها godhu.

تحديث لأحدث إصدار 3.0

Last updated on 29/11/2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

جاري في الترجمة...

معلومات أكثر ل تطبيق

احدث اصدار

طلب Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa تحديث 3.0

محمل

देवा देवकर

Android متطلبات النظام

Android 4.0.3+

عرض المزيد

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa لقطات الشاشة

اللغات
اشترك في APKPure
كن أول من يحصل على الإصدارات السابقة والأخبار والأدلة لأفضل ألعاب وتطبيقات الأندرويد.
ًلا، شكرا
اشتراك
تم الاشتراك بنجاح!
أنت مشترك الآن في APKPure.
اشترك في APKPure
كن أول من يحصل على الإصدارات السابقة والأخبار والأدلة لأفضل ألعاب وتطبيقات الأندرويد.
ًلا، شكرا
اشتراك
نجاح!
لقد اشتركت في أخبار لدينا الآن لدينا.